Смотреть в Telegram
Obbo Taayyee Danda’aan, Ministira Muummee Abiy Ahimad fi Kantiibaa Adaanech Abebee akka ragaatti kan dhiyeessan yoo ta’u, Dhaddacha irratti akka hin argamne himameera Ragoonni waamicha waan hin arganneef mana murtiitti hin argamne jedhama Ministeerri Ministeera Nageenyaa duraanii Ministeera Haqaatiin himatamuun mana hidhaa kan jiran Obbo Taayyee Danda’aan Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad fi Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abebee dhaddacha har’aaf beellamame irratti ragaa akka ta’aniif eegamaa turus hin argamin hafaniiru. Manni murtii himatamaaf ibsa yeroo kennu ragaaleen kunniin waamicha waan hin arganneef akka hin dhiyaannee fi guyyaa irra deebiin murtaa’e Muddee 3, 2017tti akka dhiyaatan ajajni akka kennamu beeksiseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Love Center - Dating, Friends & Matches, NY, LA, Dubai, Global
Love Center - Dating, Friends & Matches, NY, LA, Dubai, Global
Бот для знакомств