View in Telegram
ABDII SABAA
ABDII SABAA
“Waliigalteen Nagaa Mootummaa fi WBO gidduutti Mallateeffame.” Mootummaa naannoo Oromiyaa Mootummaan Jijjiiramaa garaagarummaa siyaasaa madda rakkoo nageenyafi gaagga’ama ummataa ture marii nagaatiin hiikuuf kutannoo hinreeqqifneen socho’aa turuu Pireezidaantiin…
“Ajajaa WBO Zooni Jiddugaleessaa kan ture Sanyii Nagaasaa mootummaa waliin ifatti waliigaluun kaleessa gabaafameera. Qabsa’aan gameessi kun erga jaallan kaleessa waliin ture waliin itti fufuu dadhabee, murna biraa uumee obboloota isaa waliin walajjeesuu mannaa galuuf murteessuu isaatiif galatatu malaan. Garuu ammoo taarkaanfiin kun akka waan walwaraansa Oromiyaa keessaa dhaabsisuu danda’uutti fudhachuun dogongora. “ Xiinxalaa Siyaasaa, Obbo Jawaar Muhammad.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡
MIIDIYAA
@ABDII_SABAA
📡
Share
Love Center - Dating, Friends & Matches, NY, LA, Dubai, Global
Find friends or serious relationships easily
Start